Gadaa Bank sign MoU with the Oromia Industrial Parks Development Corporation

Baankiin Gadaa guyyaa har’aa Caamsaa 22 bara 2015 Waliigaltee Waliin hojjechuu Koorporeeshinii Misooma Paarkiiwwan Industirii Oromiyaa waliin kan raawwate yoo ta’u raafama dinagdee yeroo ammaa sadarkaa biyyaatti mul’atu tasgabeessuu fi hojiiwwan misoomaa fi invastimantii abbootii qabeenyaa biyya keessatiinis ta’e biyya alaatiiin hojjetamu jajjabeessuuf dabalataanis dhimmoota faayidaa waliinii irratti waliin hojjechuuf guyyaa har’aa Bakkaa Hoji Gageessaa Olaanaan Baankichaa Obbo Waldee Bultoo fi Hojii raawwachiiftuu Korporeeshinichaa Aadde Sannaayit Mabree argamanitti Waliigaltee waliin hojjechuu kana mallatteessaniiru.

Gadaa Bank and the Oromia Industrial Parks Development Corporation signed a memorandum of understanding today, May 30, 2023, in the presence of the Bank’s Chief Executive Officer Obbo Wolde Bulto and the Corporation’s Chief Executive Officer Aadde Senait Mebre, to address our country’s current economic situation and to encourage investment and development by both foreign and domestic investors, as well as to collaborate on matters of mutual benefit.

ገዳ ባንክ በዛሬ ቀን ማለትም ግንቦት 22 ቀን 2015 ዓ.ም ከኦሮሚያ ኢንዱስትሪያል ፓርኮች ልማት ኮርፖሬሽን ጋር የመግባቢያ ሰነድ የፈረመ ሲሆን በሀገራችን አሁን እየተስተዋለ የሚገኘዉን የኢኮኖሚ መዋዧቅ ለመቅረፍ እና በውጭ ሀገርም ሆነ በሀገር ውስጥ ባለሀብቶች የሚደረገውን የኢንቨስትመንት እና የልማት ስራ ለማበረታት እንዲሁም የጋራ ጥቅም በሚሰጡ ጉዳዮች ላይ ተባብረዉ ለመስራት የባንኩ ዋና ስራ አስፈጻሚ አቶ ወልዴ ቡልቶ እና የኮርፖሬሽኑ ዋና ስራ አስፈጻሚ ወ/ሮ ሰናይት መብሬ በተገኙበት ተፈራርመዋል፡፡

Baankii Gadaa
Baankii Dhaloota Haaraa!

How can we help you?

Contact us at the Gadaa Bank Branch nearest to you or submit a business inquiry online.

JOIN OUR MAILING LIST

SUBSCRIBE TO OUR NEWSLETTER AND BROADEN YOUR BUSINESS WITH US.

Exchange Rate
Close