Gadaa Bank sign MoU with the Ethiopian Airlines Group major Basic trade Union

Baankiin Gadaa dhaabbilee adda addaa waliin walitti dhufeenyaan hojjechuun daangaa tajaajilaa isaa babal’isuuf hojii firi qabeessa kan hojjechaa jiru yoo ta’u, guyyaa har’aa, Waxabajjii 29 bara 2015, Garee Daandii qilleensa Itoophiyaatti Waldaa Bu’uura Hojjetoota Duraanii waliin bakka Hoji Gaggeessaa Olaanaan Baankii Gadaa Obbo Waldee Bultoo fi Dura ta’aan waldichaa Obbo Kiyyaa Lammaa argamanitti dhimmoota faayidaa waloof waliin hojjechuu irratti Waliigaltee wal ta’iinsaa mallatteessaniiru.

Gadaa Bank is collaborating with numerous institutions to broaden its service horizons. In accordance with this, the bank signed a memorandum of understanding with the Ethiopian Airlines Group major Basic trade Union today, July 6,2023, in the presence of Gadaa Bank CEO Wolde Bulto and the association’s CEO Kiya Lema to work together on matters of mutual benefit.

ገዳ ባንክ የአገልግሎት አድማሱን ለማስፋት ከተለያዩ ተቋማት ጋር እየሰራ ሲሆን ዛሬ ሰኔ 29 ቀን 2015 በኢትዮጵያ አየር መንገድ ግሩፕ ቀዳማዊ መሠረታዊ የሰራተኞቸ ማህበር ጋር የገዳ ባንክ ዋና ስራ አስፈፃሚ አቶ ወልዴ ቡልቶ እና የማህበሩ ዋና ስራ አስፈጻሚ አቶ ኪያ ለማ በተገኙበት የጋራ ጥቅም በሚሰጡ ጉዳዮች ላይ ተባብረዉ ለመስራት የመግባቢያ ሰነድ ተፈራርመዋል።

Baankii Gadaa
Baankii Dhaloota Haaraa!

How can we help you?

Contact us at the Gadaa Bank Branch nearest to you or submit a business inquiry online.

JOIN OUR MAILING LIST

SUBSCRIBE TO OUR NEWSLETTER AND BROADEN YOUR BUSINESS WITH US.

Exchange Rate
Close