Gadaa Bank sign MoU with Cardinal Industrial PLC

Baankiin Gadaa Dhaabbilee addaa addaa waliin hojjechuuf bu’uura kaayyeffateen  guyyaa har’aa  Waxabajjii 05 bara 2015 Dhaabbata Kaardinal Industiriyaal W.Dh.I.M Waliin Tajaajila Baankii Tekinoolojiin deggerame kennuu   irratti waliin hojjechuuf Bakka Hoji Geggeessaan Baankii Gadaa Obbo Waldee Bultoo  fi Hoji Geggeessituun Waldichaa Aadde Liiliyaa Hayiluu argamanitti waliigaltee waliin hojjechuu mallatteesseera.

As part of its strategy to collaborate with other institutions, Gadaa Bank has signed a memorandum of understanding with Cardinal Industrial PLC today, June 12, 2023, in the presence of Gadaa Bank CEO Obbo Waldee Bultoo and the CEO of the Company, Aadde Liliya Hailu, to provide technologically advanced banking services.  

ገዳ ባንክ ከተለያዩ ድርጅቶች ጋር ለመስራት በቀየሰው ስትራቴጂ  መሠረት በዛሬው ቀን ማለትም ሰኔ 5ቀን 2015 ዓ.ም  በቴክኖሎጂ የታገዘ ባንኪንግ አገልግሎት ለመስጠት በሚያስችል ጉዳይ  ላይ አብሮ ለመስራት ከካርዲናል ኢንዱስትሪያል ኃ/የተ/የግ/ማህበር  ጋር የባንኩ ስራ አስፈጻሚ አቶ ወልዴ ቡልቶ እና የድርጅቱ ስራ አስኪያጅ ወ/ሮ ሊሊያ ሀይሉ  በተገኙበት  የመግባቢያ ሰነድ ፈርሟል፡፡

Baankii Gadaa
Baankii Dhaloota Haaraa!
GADAA BANK
NEW GENERATION’S BANK!
ገዳ ባንክ
የአዲሱ ትዉልድ ባንክ!

How can we help you?

Contact us at the Gadaa Bank Branch nearest to you or submit a business inquiry online.

JOIN OUR MAILING LIST

SUBSCRIBE TO OUR NEWSLETTER AND BROADEN YOUR BUSINESS WITH US.

Exchange Rate
Close