Gadaa Bank sign MoU with the Ethiopian Community Association in South Africa

Baankiin Gadaa Tajaajila baankii maamiltoota giddu galeessa godhate bakkeewwan hedduutti damee isaa banuun hawaasa dhaqqabsiisaa jiraachuu dabalatee dhaabbilee biyya keessaa fi biyya alaa waliin hojjechuu kan isa dandeessisu Imaammataa fi Tarsiimoo Hariiroo diriirsuun hojjechuu irratti argama. Bu’uuruma kanaan guyyaa har’aa jechuunis Eebla 02 bara 2015 Waldaa Hawaasa Itoophiyaa Biyya Afrikaa Kibbaatti argamu waliin Bakka I/A/Pirezedantiin waldichaa Obbo Nawaawwii Muusaa fi Hoji Gaggeessaa Olaanaan Baankii Gadaa Obbo Waldee Bultoo argamanitti dhimmoota faayidaa waloof waliin hojjechuu irratti Waliigaltee wal ta’iinsaa mallatteessaniiru.

In addition to delivering customer-centric banking services by expanding its branches throughout the country, Gadaa Bank is developing policies and strategies that will allow it to collaborate with both domestic and international organizations. Thus, a Memorandum of Understanding (MOU) was signed today, April 10, 2023, with the Ethiopian Community Association in South Africa, in the presence of the association’s vice president Newawi Musa and Gadaa Bank CEO Obbo Wolde Bulto, to work together on matters that would be advantageous to both parties.

ገዳ ባንክ በተለያዩ ቦታዎች ቅርንጫፎችን በመክፈት ደንበኞችን ያማከለ የባንክ አገልግሎትን ከመስጠት ባሻገር ከሀገር ውስጥ እና ከውጭ ሀር ተቋማት ጋር መስራት የሚያስችለውን ፖሊሲ እና ስትራቴጂ በመቅረጽ እየሰራ ይገኛል። በዚሁ መሰረት ዛሬ ሚያዝያ 02 ቀን 2015 በደቡብ አፍሪካ ከሚገኘው የኢትዮጵያ ኮሚኒቲ ማህበር ጋርየማህበሩ ምክትል ፕሬዝዳንት አቶ ነዋዊ ሙሳ እና የገዳ ባንክ ዋና ስራ አስፈፃሚ አቶ ወልዴ ቡልቶ በተገኙበት የጋራ ጥቅም በሚሰጡ ጉዳዮች ላይ ተባብረዉ ለመስራት የመግባቢያ ሰነድ ተፈራርመዋል።

Baankii Gadaa
Baankii Dhaloota Haaraa!
GADAA BANK
NEW GENERATION’S BANK!
ገዳ ባንክ
የአዲሱ ትዉልድ ባንክ!

How can we help you?

Contact us at the Gadaa Bank Branch nearest to you or submit a business inquiry online.

JOIN OUR MAILING LIST

SUBSCRIBE TO OUR NEWSLETTER AND BROADEN YOUR BUSINESS WITH US.

Exchange Rate
Close