የገዳ  ባንክ ባለአሲዮኖች ዓመታዊ 3ኛ መደበኛ እና 3ኛ አስችኳይ ጠቅላላ ጉባኤ

Yaa’ii Waliigalaa Idilee Waggaa 3ffaa fi Ariifachiisaa 3ffaan Haaldurewwan barbaachisu hundaa guuttachuun bakka Abbootiin Aksiyoonaa, Boordiin Daayreektarootaa, Manajimeentiin Baankiicha fi Keessuummootni waamichi taasifameef argamanitti Galma Barkumeettii guyyaa kamisa sadaasa 10, 2017 Haala Gaariin Geggeeffamee Xumurameera.

የገዳ  ባንክ ባለአሲዮኖች ዓመታዊ 3ኛ መደበኛ እና 3ኛ አስችኳይ ጠቅላላ ጉባኤ ሁሉንም  ቅድመ ሁኔታዎች በማሟላት የገዳ ባንክ ባለአክሲዮኖች፣ የቦርድ አባላት፣ የባንኩ የሥራ አመራር አባላት ፣ እንዲሁም ጥሪ የተደረገላቸዉ እንግዶች በተገኙበት በ10/4/2017 በሚሊኒየም አዳራሽ በተሳካ ሁኔታ ተጠናቋል::

JOIN OUR MAILING LIST

SUBSCRIBE TO OUR NEWSLETTER AND BROADEN YOUR BUSINESS WITH US.